Godina Shawaa Kibba Lixaatti bara kana lafti hektaarri kumni 14 qamadii jallisiitiin misoomaa jira
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti bara kana lafti hektaarri kumni 14 qamadii Jallisiitiin misoomaa jira.
Keessumaa Godinichatti Aanaan Iluu sababa lagni…