Yuunvarsiitiin Jimmaa buqqaatota Wallootti argamaniif deeggarsa garaagaraa Birrii Miiliyoona 2.45tti…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiilee shira garee badii ABUT’iin buqqa’anii Wallootti argamaniif deeggarsa garaagaraa Birrii Miiliyoona 2. 45tti tilmaamamu…