Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hawaasa musiliimaaf qophii Afxiraa taasisan Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hawaasa musiliimaa garaagaraaf qophii Afxiraa taasisan. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har’aa hawaasa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni dhiyeenya muudaman biyyoota ramadamanitti filannoowwan invastimantii Ityoophiyaa… Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Ambaasaaddaroonni haaraan dhiyeenya muudaman biyyoota ramadamanitti filannoowwan invastimantii Ityoophiyaa akka beeksisan gaafataman. Korporeeshinii…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaanii Birrii miiliyoona 30… Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa dhalootaan Gujii Finfinnee jiraatanii fi dhaabbanni Meedirook Godinaalee Gujii fi Gujii Lixaatti lammiilee hongeen miidhamaniif…
Oduu biyya keessaa Hariiroo fi deeggarsi Ityoo-Jarman cimee kan itti fufu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Hariiroo fi deeggarsi Ityoo-Jarman cimee kan itti fufu ta’uu ibsameera. Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen dhaabbii dhimmoota hariiroo alaa fi…
Oduu biyya keessaa Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin hojjechuuf qophiidha- Ambaasaaddara Turkii Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin hojjechuuf qophii ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Turkii Yaapraak Aalp ibsan. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Hojiimaanni shaqaxaalee bu’uuraa eeyyama sharafa alaa malee gara biyyaa galchisiisu diriiruu ibsame Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa shaqaxaalee bu’uura eeyyama sharafa alaa malee gara biyyaa galchaniif tajaajila saffisaa kennuu kan dandeessisu…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Ma’aazaa Ashannaafiin hojii raawwachiistuu Imbaasii Ameerikaa… Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Ma’aazaa Ashannaafiin hojii raawwachiistuu Imbaasii Ameerikaa Ambaasaaddar Treesii An Jaakoobsan waliin…
Fayyaa Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo Eebila 7 irraa eegalee ni laatama jedhame Obse Wakgari Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo daa'imman waggaa shanii gadii Eebila 7 irraa eegalee ni laatama jedhameera. Naannichatti daa’imman…
Oduu biyya keessaa Hariiroon michummaa baroota dheeraa Ityoophiyaa fi Israa’eel cimee itti fufa-Gaadii Yivaarkaan Obse Wakgari Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC)- Hariiroon michummaa baroota dheeraa Ityoophiyaa fi Israa’eel cimee itti fufa jechuun dura ta’aan waldaa michummaa Ityoo- Israa’eel Gaadii Yivaarkaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jaappaan deeggarsa guddina diinagdee Ityoophiyaaf taasisu cimsee itti fufa jedhame Ayana Dheressa Apr 12, 2022 0 Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Mootummaan Jaappaan deeggarsa guddina diinagdee Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Itoo Taakaakoon…