Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ugaandaa galan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna waadaa galuu Preezdaantii Ugaandaa Yooweerii Kaaguutaa Museeveeniirratti hirmaachuuf Ugaandaa galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Barattoota qabxii olaanaa galmeeessaniif sagantaan beekkamtii laachuu gaggeeffame Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Barattoota akka naannoo Oromiyaatti qabxii olaanaa galmeessaniif sagantaan beekamtii kennuu geggeeffameera. Sagantaan beekamtii kennuu…
Oduu biyya keessaa Duudhaa fi safuu akka ummataatti qabnu wantota gaaffii keessa galchan qolachuufi hawaasa bal’aa… Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon Ayyaana Iid Al-faxiir 1442ffaa sababeeffachuun hordoftootaa amantaa Islaamaaf ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Iid Al faxirii sababeeffachuun boru ganama Madfiin si’a sagal ni dhukaafama jedhame Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Ayyaana Iid Al faxirii waggaa 1442ffaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun ganama 12:00 irratti Madfiin si’a sagal kan dhukaafamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) - Sagantaan Afxiraa daandirratti sirna hoo'aan gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiiseera. Saganticharratti…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 552 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 552 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa kan kabajamu ta’uu ibsame Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa dhufu kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoohiyaa ibseera. Manni Marichaa ibsa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa gaggeeffame Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sagantaa jaalalaa, tokkummaa fi waliif yaaduu kan ta’e sirni Afxiraa magaalaa Finfinnee daandirratti gaggeeffame. Sagantichi Baambisii…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom sirna kaffaltii Bilbilaa ‘Teelee Birrii’ ifatti eegalchiise Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom sagantaa sirna kaffaltii Bilbilaa ‘Teelee Birrii’ eegalchiisuu Addabaabayii Michummaatti gaggeeffame. Saganticharratti Muummee…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sagantaa jaalalaa, tokkummaa fi waliif yaaduu kan ta’e sirni Afxirii magaalaa Finfinnee daandirratti gaggeeffamaa jira. Sagantichi Baambisii hanga…