Kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni lama sanadaa sobaa qopheessaa turan too’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni lama sanadaa sobaa qopheessaa turan too’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa finfinnee beeksise.…