Waldaan aksiyoonaa Irree ‘Trading’ kaapitaala mallatteeffame birrii miliyoona 36…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Waldaan aksiyoonaa Irree 'Trading' kaapitaala mallatteeffame Birrii miiliyoona 36 magaalaa Finfinneetti hundeeffame.
Waldaa dargaggootaan…