Oduu biyya keessaa Masqalli nageenya kan itti buusnudha-Abuna Maatiyaas Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas hordooftoota amantaa kiristaanaatiin baga ayyaana damaraatin isiin ga’e jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Naannichi ergaa isaatiin birmadummaa biyyaa kabachiisuuf…
Fayyaa Dhaabbilee fayyaa garee Shororkeessaa ABUT’iin barbadaa’an hojiitti deebisuuf hojjetamaa jira-… Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Dhaabbilee fayyaa garee Shororkeessaa ABUT’iin barbadaa’an hojiitti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru. Dhaabbilee fayyaa…
Oduu biyya keessaa Preezdant Shimallis miseensoota poolisii adda waraanaatti miidhamanii Kaampii Poolisii Humna Addaa… Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa miseensoota poolisii adda waraanaatti miidhamanii Kaampii Poolisii Humna Addaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummta duraanii Obbo Addaamuu Ayyaanaa boqatan Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa duraanii Obbo Addaamuu Ayyaanaa Gosaa dhukkuba irra buleen addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyattitti kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Ayyaanni Daamaraa magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyatti tti kabajamaa jira. Ayyanichi magaalaa Finfinneetti addabaabaayii Masqalaatti kabajamaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee Paarkii Indaastirii Kombolchaa daawwatan Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdaant FDRI Saahilawarq Zawdee Paarkii Indaastirii Kombolchaa Daawwataniiru. Preezdaant Saahilawarq paarkichatti sochii hojiilee warshaalee…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Abdiisaa Miseensota Poolisii adda waraanaatti miidhaman daawwatan Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Hospitaala Riiferaala Poolisii Federaalaatti argamuun Miseensota Poolisii adda…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa sababeeffahuu Miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessaniif… Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Iizii Bahaatti qajeelcha olaanaa Miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessanii fi yeroo turtii isaanii kan uwwisaniif guddinni sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti leenjitoonni tola ooltota biyyoolessaa duula qulqullinaa gaggeessan Obse Wakgari Sep 26, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Ministeera Nageenyaatti leenjitoonni tola ooltota Biyyoolessaa Magaalaa Jimmaatti Ayyaana Damaraa fi Masqalaa sababeeffachuun duula qulqullinaa…