Godina Shawaa Lixaatti abbaan warraa fi haati warraa waggoota 75’f waliin jiraatan…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 (FBC) - Godina Shawaa Lixaa aanaa Iluu Galaanitti abbaan warraa fi haati warraa waggoota 75'f waliin jiraatan garaagarummaa sa’aa 20 keessatti du’aan boqochuun…