Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laate
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laateera.
Artiisichi sirboota 500 baasuurra darbe afaanoota garagaraa Afaan Oromoo,…