Oduu biyya keessaa Guyyaan walabummaa preesii addunyaa kabajamaa jira Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Guyyaan walabummaa preesii addunyaa mata duree ''odeeffannoo faayidaa hawaasaaf'' jedhuun kabajamaa jira. Kabaja guyyaa walabummaa preesii addunyaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Faarmaajoon hariiroo Ityoophiyaa fi Soomaaliyaa cimsuuf akka hojjetan ibsan Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Soomaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullaayii xalayaa muudamaa isaanii preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoof dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har’aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) –Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har'aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu akka danda'an Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Faasikaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Ayyaanni Faasikaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera. Tumsa hawaasaa fi qaamoleen nageenyaa itti gaafatamummaa isaanii…
Fayyaa Fandichi Ityoophiyaatti daa’immaniif nyaata madaalawaa dhiyeessuuf deeggarsa doolaara miiliyoona… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Fandiin Misoomaa Afrikaa Ityoophiyaatti daa’immaniif umrii waggaa 5 gadi ta’aniif nyaata madaalawaa dhiyeessuu fi cuuqaruu ittisuuf deeggarsa Doolaara…
Idil Addunyaa Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefaman Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefamuu dhaga’ameera. Dhiha naannoo Taahowaatti haleellaa qaqqabeen kanneen lubbuun isaanii…
Oduu biyya keessaa Loltoota Ityoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii Somaaliyaaf shoora bahaaniif badhaasni meedaaliyaa… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Somaaliyaatti humna nageenyaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa jalatti kan argaman loltoota Ityoophiyaa nageenyaa fi tasgabbii Somaaliyaaf shoora bahaaniif…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Afrikaa Kibbaa Ityoophiyaatti dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf daawwannaa taasisaan Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Afrikaa Kibbaa Ityoophiyaatti dameewwan garagaraarratti bobba’uuf daawwannaa taasisaaniiru. Afrikaa kibbaatti jilli Hoggantoota olaanoo…
Oduu biyya keessaa ‘Ityoophiyaa nagaadhaan dhaloota itti aanutti ceesisuuf tokkummaan uummattoota cimu qaba’- lij… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Waldaan Gootota Ityoophiyaa durii guyyaa injifannoo Gootota Ityoophiyaa Waggaa 80ffaan Ebla 27, 2013 Magaalaa Finfinnee Siidaa Yaadannoo Goototaatti akka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa damee tuurizimiin filatamtuu taasisuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa damee tuurizimiin filatamtuu taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Tuurizimiin Ityoophiyaa beeksise. Daayriktarri Olaanaan Tuuriizimii Ityoophiyaa…