Ityoophiyaannonnii 42 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 42 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee kunneen qindoomina Ministeerri Dhimmi Alaa dhaabbata tola oolaa diyaaspooroota…