Hirmaannaa hawaasni hojii nageenyaarratti taasisaa jiru cimsuuf kan gargaaruu gareen gorsaa walabaa…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Hirmaannaa hawaasni hojii nageenyaarratti taasisaa jiru cimsuuf kan gargaaruu gareen gorsaa walabaa sadarkaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti hundaa’u…