Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 130 qaqqabe
Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii samuudaa 766 irratti sa'aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen, nama Afurirratti vaayrasiin koroonaa argame.
Haaluma kanaan…