Vaayrasiikoroonaa Eejansichi meeshaalee yaala vaayrasii koroonaa raabsuu eegale Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Dhiyeessii Dawaa Ityoophiyaa meeshaalee qorannaa ho'ina qaamaa mootummaa Chaayinaarraa deeggarsaan argaman naannolee fi bulchiinsota…
Biiznasii Oromiyaan tasgabbii gabaa fi dhiyeessii oomishaalee qonnaarratti hojjechaa jiraachuu beeksise Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sababii tamsa'ina vaayrasii koroonaatin daballiin gatii hin malle akka hin taasifamnee fi hanqinni dhiyeessii oomishaalee…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa mallattoo olaantummaa ilaalchaa fi gochaati – preezdaant Saahilawarq Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Hidhi Haaromsaa Ityophiyaanotaaf mallattoo olaantummaa ilaalchaa fi gochaati jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Har'a…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun, Raasmas Prahin waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Ministeera Tumsa Misoomaa Deenmaark Raasmas Prahin waliin bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwanii meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 14 olii… Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaa Birrii miiliyoona 14 olii gumaache. Ministeerichi dhaabbilee waamamoo isa jala…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaarraa dandamatan 3 ga’an Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Namoota vaayrasii koroonaatin qabaman keessaa namni tokko dabalataan dandamate. Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan kanaan…
Balballoommii fi yaada Dhaabbileen amantaa vaayrasicha ittisuuf tarkaanfii fudhataniif Injiinar Taakkalaan galateeffatan Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Dhaabbileen amantaa sirnoonni manneen amantaatti gaggeeffamu akka dhaabbatu taasisuu isaanii, itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Hidha Haaromsaa weerara vaayrasii koroonaatin ala wanti gufachiisu tokkollee hin jiru… Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Ijaarsa Hidha Haaromsaa weerara vaayrasii koroonaatin ala wanti gufachiisu tokkollee hin jiru jedhame. Waggaa 9ffaan dhagaan bu'uuraa…
Idil Addunyaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi miidhaasaa dandamachuuf biyyoota guddachaa jiraniif deeggarsi… Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi miidhaasaa dandamachuuf biyyoota guddachaa jiraniif deeggarsi akka taasifamu daayreektarri olaanaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoota 1,559f dhiifamni godhame Obse Wakgari Apr 2, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa sirreeffamtoota 1,559f dhiifamni taasifamuu beeksise. Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde…