Biiznasii Giddugalli gabaa Alfooz Plaazaa ebbifame Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Giddugalli gabaa Alfooz Plaazaa ebbifame. Giddugalichi dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa'e Alfoozin kan ijaarramedha. Giddugalli…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsa naannoo sadarkaa biyyoolessaatti itti fufiinsan ni gaggeefama jedhame Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Sadarkaa biyyoolessaatti hanga baatii Gurraandhala 30,2012tti hojiin eegumsa naannoo lafa heektaara miiliyoona 2 olirratti ni hojjetama.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Wiirtuu To’annoo Tiraafikaa Finfinnee eegalame Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Ijaarsi Wiirtuu To'annoo Tiraafikaa Finfinnee eegalame. Ijaarsicha kan eegalchiisan itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa…
Oduu biyya keessaa Magaalota addaddaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Magaalota addaddaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame. Magaalaa Hararitti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Jimmaa barattoota damee barnoota addaddaatin leenjisaa ture 3,135 ebbisiise Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) -Yuunvarsiitin Jimmaa barattoota damee barnoota addaddaatin leenjisaa ture 3,135 ebbisiise. Ebbifamtoonni barnoota isaanii idilee,…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa fi madoo kaleessa magaalaa Burraayyuutti qaqqabeen walqabatee shakkamtoonni 17… Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Guurandhala 14, 2012 (FBC) – Ajjeechaa fi madoo kaleessa magaalaa Burraayyuutti qaqqabeen walqabatee shakkamtoonni 17 to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Humnoota farreen nageenyaa seeratti dhiyeessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjechaan jira… Obse Wakgari Feb 22, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Ummata waliin ta’uudhan humnoota farreen nageenyaa adamsee seeratti dhiyeessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjechaan jira jedhe…
Fayyaa Waliigalteen uwwisa waliin ga’iinsa fayyaa dabaluu dandeessisu mallatteeffame Obse Wakgari Feb 21, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Waliigalteen uwwisa waliin ga’iinsa fayyaa dabaluu dandeessisu mallatteeffameera. Ministeerri Fayyaa fi Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Sirni sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa ifoomsu Dilbata dhufu gaggeeffama Wabi Fufa Feb 21, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Sirni sagantaa tajaajila hawaasaa; tola oltummaa biyyaalessaa ifoomsu Dilbata dhufu gaggeeffama. Sagantichi kan gaggeeffamu Dilbata dhufu…
Oduu biyya keessaa Abbaan taayitaa daandiwwan Ityoophiyaa giddugala agarsiisa dhaabbii ijaarsise eebbisiise Wabi Fufa Feb 21, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) - Abbaan taayitaa daandiwwan Ityoophiyaa giddugala agarsiisa dhaabbii ijaarsise eebbisiise. Giddugalichi adeemsa seenaa dhaabbatichaa, ga’ee inni…