Masaraa mootii Faasil suphuuf qorannoon Birrii miiliyoona 400 xumurame
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Gamoowwaan masaraa mootii Faasil suphuuf qorannoon Piroojaktii Birrii miiliyoona 400 xumuramuu bulchiinsi hambaalee idila addunyaa Gondar beeksise.…