Waajabila Faanaa Landan konkolaattota boba’aa fayyadaman dhoorkufi Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Magaalaan Landan konkolaattota boba'aa fayyadaman dhoorkufi. Dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir'isuuf, Landan keessa konkolaattonni boba’aa…
Idil Addunyaa Maaykiroosooft qonnaan bultoota Afrikaatif deeggarsa ogummaa teeknooloojii fi infoormeeshinii… Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Maaykiroosooft qonnaan bultoota Afrikaatif deeggarsa ogummaa teeknooloojii fi infoormeeshinii dhiyeessufi. Dhaabbatichi deeggarsa kana taasisuuf kan…
Fayyaa Hoospitaala Qidduus Phaawloos keessatti giddugalli haadholii fi daa’immanii ijaarrame hojii… Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Hoospitaala Qidduus Phaawloos keessatti giddugalli haadholii fi daa'immanii ijaarrame hojii eegaluufi. Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Amiir Amaan…
Oduu biyya keessaa 2020tti addunyaarraa iddoowwan daawwatamuu qaban 50 keessaa takka Finfinnee ta’uun ibsame Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Bara Faranjootaa 2020tti addunyaarraa iddoowwan daawwatamuu qaban 50 keessaa takka magaalaa Finfinnee ta'uun ibsame. Marsariitiin odeeffannoo imalaa…
Oduu biyya keessaa Barbaachisummaa riifoormii ADWUI fi hundeeffama Paartii Badhaadhinaarratti mari’atame Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii barbaachisummaa riifoormii ADWUI fi hundeeffama Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffachuun magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame.…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand… Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand waliin mari'atan. Itti aanaan muummee ministiraa FDRI…
Biiznasii Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa damee tajaajila baankii dhalarraa bilisaa bane. Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa damee tajaajila baankii dhalarraa bilisaa bane. Dameelee isaa kanneenis magaalaa Finfinnee Ansaar fi Harameeyin ebbisiisee…
Teeknooloojii Halluu ibsaa akkamiitu hirribaaf filatamaadha- qorannoo Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC0 - Akka qorattoonni Yunivarsiitii Maanchsitar jedhanitti ifti cuqulisaa meeshaalee kanneen akka bilbilaa fi kompiitara irraa argannu rakkoo ijoo hirriba…
Oduu biyya keessaa Maallaqa biyyaa baqfame deebisiisuuf hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Maallaqa biyyaa baqfame gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Alangee Waliigalaa beeksise. Waggoottan darbanitti seeraan ala qabeenya…
Oduu biyya keessaa Koomiishinichi Injiinar Taakkalaa Uumaa waliin mari’atee Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Koomiishinichi Injiinar Taakkalaa Uumaa waliin mari'atee Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Miseensonni Koomiishinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimmoota Eenyummaa itti aanaa kantiibaa magaalaa…