Shaakalliin Baallii Dabarsaa bu’uura eenyummaa, icciitii tokkummaafi hidda guddummaa keenyaati-…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC)- Shaakalliin Baallii Dabarsaa bu’uura eenyummaa, icciitii tokkummaafi hidda guddummaa keenyaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…