Milkaa’ina murteewwan Paartichaaf Ummaanni deeggarsa taasisu cimsuu qaba- Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) –Murteewwan Paartichaa imala badhaadhinaa kan milkeessan waan ta’aniif, ummaanni deeggarsa taasisu cimsuu akka qabu Itti Gaafatamaan Waajjra Paartii…