Lammiileen kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 148 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa kumni 1…