Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo ka’an
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo ka’aniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan bakka argama dhala namaa fi Magaalaa guddoo Midhagduu keenyaatti turtiin qabaatan bu’aa qabeessa akka ta’uuf nan hawwa jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.