Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Mawuliidaa kuma 1 fi 500ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, hordoftoota amantaa musiliimaa maraan baga Ayyaana Mawuliidaa Kuma 1 fi 500ffaa nagaan geessan jedhan.
Ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaafi badhaadhinaa akka ta’uus hawwaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.