Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hoggantoota dhaabbata ‘Rootarii Itiyoophiyaa’ waliin mari’ataniiru.
Hojii dhaabbatichi dameewwan fayyaa, naamusa gaariifi kanneen biroorratti hojjetu kan jajjabeeffamu ta’uu Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ibsaniiru.
Hojiin dhaabbatichaa hawaasa biratti haalaan akka beekamuuf daran hojjechuun barbaachisaa ta’uus hubachiisaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.