Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Atsiqasillaaseen Angoolaa Luwaandaa galan

Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii waloo Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa 7ffaarratti hirmaachuuf Angoolaa Luwaandaa galan.

Yaa’ichi boruu eegalee guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u, hoggantoonni biyyoota Afrikaa fi Awuroopaa akkasuma hoggantoonni dhaabbilee idil addunyaa irratti hirmaatu jedhamu.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.