Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Baga guyyaa dhaloota Iyyesuus Kiristoos nagaan geessan jedhan ergaa isaaniin.

Ayyaanichi kan gammachuu, eebbaa, badhaadhinaa, fayyaa fi jaalalaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniin.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.