Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen haaromsa Masaraa Faasiiladas daawwatan

Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen haaromsa Masaraa Goondar Faasiiladas daawwataniiru.

Pireezidaanti Taayyeen Siidaa Atsee Teediroos jala Abaaboo kaa’aniiru.

Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi Naannolee daawwannicharratti argamuu AMC gabaaseera.

#Oromiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.