Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Tiraampi badhaasa nageenyaa FIFA injifatan

Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi badhaasa nageenyaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa injifataniiru.

Sagantaa carraa baasuu Waancaa Addunyaa 2026 har’a Ameerikaa Waashingitan DCtti gaggeeffamerratti Pireezidaanti Tiraampiif badhaasni kun kennameera.

Haaluma kanaan Pireezidaantiin waldichaa Jiyaan Infaatiinoon badhaasa Warqee, miidaaliyaa fi waraqaa beekamtii pireezidaanti Tiraampiif kennaniiru.

FIFAn namoota dhuunfaa nageenyaaf gumaacha olaanaa qabaniif beekamtii kan kennu ta’uu beeksisee ture.

Kanaanis Pireezidaanti Tiraampi nama jalqabaa badhaasicha injifatan ta’aniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.