Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.

Pireezidaanti Ruutoon wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addinyaa Boolee gahan Ministira Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xurunaan simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.