Pireezidaantii Itti Aantuu Kolombiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Itti Aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Elinaa Maarkuweez daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Firaansiyaa Elinaa Maarkuweez wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Simataniiru.
Firaansiyaa Elinaan turtii Itiyoophiyaatti qabataniin hojiilee misoomaa garaagaraa kan daawwatan yoo ta’u, Hoggantoota olaanoo waliin kan mari’atan ta’uun eerameera.
Ashannaafii Shibbiruutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.