Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Leetanaan Jeneraal Taaddasaa Warradaan ayyaana du’aa ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Hordoftoota amantaa kiristaanaa guutuu Itiyoophiyaatti argaman hundaan baga ayyaana yaadannoo du’aa ka’uu Iyyesuus Kiristoosiin nagaan geessan jedhaniiru.

Ayyaanichi kan abdii, jaalalaa, waliif yaaduu, gaarummaa, nageenyaafi tokkummaa akka ta’u hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.