Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Moollaa simataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevisio
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.