Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Komooroos Azaalii Asumaaniin Finfinnee galan

Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Komooroos Azaalii Asumaaniin Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

‎Komooroos Azaalii Asumaaniin wayita Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Finfinnee gahan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee fi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa  Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen simannaa taasisaniifiru.

#Oromia#Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.