Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Finfinnee Galan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mana Maree Pireezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Yanuus Manfii Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pireezidaantichi wayita Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Ministira Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.