Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Rippaabliika Buruundii daawwannaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee, Ebla 1, 2018(FMC) – Pireezidaantiin Rippaabliika Buruundii Ivaariisti Nideeshiimiiyyeen daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Wayita Pireezidaanti Ivaariisti Nideeshiimiiyyeen buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ittaanaan Ministira Muummee FDRI obbo Tamasgeen Xurunaa fi hoggantoonni mootummaa biroon simannaa taasisaniiru.

Pireezidaanti Ivaariisti Nideeshiimiiyyeen baga bakka argama dhala namaa Itiyoophiyaa nagaan dhuftan jedhan obbo Tamasgeen Xuruunaan.

Daawwannaan biyya jijjiirama dinqisiisarra argamtu Itiyoophiyaatti taasiftan milkaa’aa akka ta’uu hawwiin qaba jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.