Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pireezidaanti Saalvaakiir Maayaadiit wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin simatamaniiru.

Yaa’ii Idilee 38ffaan Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Guraandhala 8 – 9, 2017tti Finfinneetti taa’ama.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.