Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit daawwannaa dippiloomaasiif guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Boolee gahan Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen simatamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.