Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Irreechaa bara 2018 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa isaaniin, baga Ayyaana Irreechaa guyyaa galateeffannaan nagaan geessan jedhaniiru.
Ayyaanichi kan gammachuu, badhaadhinaafi kan eebbaa akka ta’us hawwaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.