Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pirezidaanti Taayyeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ayyaanichi kan nagaafi gammachuu akka ta’u hawwaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.