Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) – Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga’ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.

Buufata xiyaaraa Idil Addunyaa Boolee wayita ga’anis Ministirri Dubartootaa fi Dhimmoota Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee simataniiru.

Walga’iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan Sanbataa fi Dilbata dhufu geggeeffama

Ashannaafii Shibbiruutu gabaase

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.