Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud balaa Godina Gaamootti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsan

Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lubbuu lammiilee darbee fi miidhamaniin gaddi itti dhagahamuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.