Piriimeer Liigiin Ingiliiz bara 2025/26 torbeen jalqabaa Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaaliin walitti fide
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz bara 2025/26 ifoomeera.
Haaluma kanaan taphoota torbee jalqabaan Maanchisteer Yuunaayitiid Arsenaal waliin kan falmatu ta’a.
Shaampiyoonaan bara kanaa Liiverpuul ammoo tapha torbee jalqabaan Boornimaawuuz Keessummeessa.
Taphoonni torbee jalqabaa Piriimeer Liigii Ingiliiz bara 2025/26 Hagayya 9, 2017 eegala.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.