Pirojektii Finnaa jiruu fi jireenya hawaasa jijjiire
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Boraana Bahaatti pirojektii Finnaa ijaarame jiruuf jireenya keenya jijjiiree jedhan qonnan Bultoonni Godinicha Aanaa Gooroo Doolaa.
Piroojektichatti fayyadamuun oomishnii fi oomishtummaan isaanii dabaluus dubbataniiru.
Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hojiiwwan misooma Godina Boraana Bahaa daawwachaa jiru.
Kanaan dura waktii roobaa qofa egnee kan oomishaa ture yeroo ammaa kana piroojektichaan Oomishuun fayyadamoo ta’aa jira jedhu qonnaan bultoonni kunneen.
Midhagsaa Qachaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.