Qaama biyya fooyyeftuu dhalootaaf ijaaruu kan ta’e hojiileen misooma Koriidarii magaalota hedduu jijjiiraa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) –Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii boqonnaa 2ffaa magaalaa Hawasaa daawwataniiru.
Qaama biyya fooyyeftuu dhalootaaf ijaaruu kan ta’e hojiin misooma Koriidarii magaalota hedduu jijjiiraa jira jedhan.
Har’a hojiilee misooma koriidarii boqonnaa 2ffaa magaalaa hawaasaa daawwanneerra jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Hojiileen waliigalaa kunneen magaalummaa guddachaa jiruuf biyyattii qopheessee jira jechuun ibsan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.