Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 25 ,2017 (FMC) – Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoomera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Bara Barnootaa 2017 Barattoota Qormaata naannoo Kutaa 6ffaa fudhatan kuma 500 fi kuma 37 fi 848 keessaa %85.6 gara kutaa itti aanutti darbaniiru.
Haaluma kanaan, barattootni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadii ilaallachuu akka danda’an ibseera.