Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome

Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ramaddii moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Maanchiister Siitiin Riyaal Maadriid waliin ramadame.

Ramaddii har’a ifoomeen:-

PSG – Cheelsii,

Gaalaataasaraay – Liiverpuul,

Atalaantaa – Baayerni Muunik,

Niwuukaasiil – Baarseloonaa,

Atileetikoo Maadriid – Tootenhaam,

Boodoo Gilimtii – Ispoortiing,

Arsenaal – Leeverkuusan waliin ramadamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.