Fana: At a Speed of Life!

Sababa rakkoo dhiyeessii boba’aan dhiibbaa biyyaa fi Sosochii dhiibbaa hawaas diinagdee lammiilerratti uumamu akkasuma haqummaan dursuuf murtoo Mootummaan fudhate ijoo;

1.Konkolaattoota boba’aa Geejjibsiisaniif buufata boba’aatti dursi akka kennamuuf,

2.Dhaabbilee Al ergii fi Oomishtoota olaanoon kallattiin,

3.Piroojektoota Mootummaa fi dhuunfaa xiyyeeffannoo addaa barbaadaniif kallattiin,

4.Konkolaattoota oomishaalee al ergii fi galii, akkasuma meeshaalee bu’uuraa geejjibsiisaniif dursi akka kennamu,

5.Tiraakteroota qonnaaf,

6. Konkolaattoota geejjiba heddumataa fi biyyaaleessaaf,

7.Akkasuma Konkolaattoota deddeebisa ummataa Naafxaan hojjetaniif dursii akka kennamu murtoon darbeera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.