Seeneegaal Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taate
Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC) – Tapha xumuraa har’a taphatameen seeneegaal Moorookoo injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 35ffaa taateerti.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa tureen seeneegaal galchii 1 fi 0’n abbaa qa’ee Injifachuun Shaampiyoonaa taateerti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.