Fana: At a Speed of Life!

Seenegaaliifi Rippaabilikni Dimookiraatawaa Koongoo qixa bahan

Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan Seeneegaaliifi Rippaabiliikni Dimookiraatawaa Koongoo goolii 1 fi 1 qixa bahaniiru.

Taphni Taanzaaniyaafi Ugaandaan sa’aatii 2:00 irraa eegalee akkasumas Naayijeeriyaafi Tuuniiziyaan halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee taphatan ni eegama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.