Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Donboskoo Adwaa injifate

Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa tapha 3ffaan Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 4 fi 0n Donboskoo Adwaa injifate.

Taphni kun kaleessa sababa Rooba cimaa roobeen adda cituun har’a itti fufee taphatame.

Yuunivarsiitii Dambi Doolloo ammoo Kilaba Ganda Leencaa waliin qabxii qooddateera.

Kilabiin Kubbaa Miilaa Yuunivarsiitii Dambi Doolloo Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa tapha 3ffaa Kilaba Ganda Leencaa waliin taasise galchii 1 qixa baheera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.