Fana: At a Speed of Life!

Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman to’ataman

Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) – Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu Kiiloo Giraama 100 mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman to’ataman jedhe Poolisiin magaalichaa.

Sakattoo fi hordoffii qaamoleen nageenyaa taasisaniin shakkamtoonni kunneen kutaa magaalaa Gullallee aanaa 8 bakka addaa ‘Ajiippi Tootaal’ jedhamutti mana jireenyaa tokko keessatti to’atamuu ibse.

Shakkamtoonni kunneen qorichicha gabaaf dhiyeessuuf wayita qophiirra jiran to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee Faanaa Diijitaalitti himeera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.